Gara Fuula Jalqabaatti Deebi'aa
Tajaajila Kiyooskii
CCSES
Madaallii Raawwii Qooda Fudhattoota Alaa
Yaadni keessan amansiisaan sirna abbaa seerummaa fooyya'aa fi naamusawaa ijaaruuf gumaacha olaanaa qaba.
Kabajamoo abbaa dhimmaa mana murtichaa: Gamaaggamni fi yaanni qulqulluun isin amanamummaan kennitan tajaajila abbaa seerummaa iftoomina qabuu fi haqa qabeessa mirkaneessuuf gumaacha olaanaa qaba. Ragaan keessan guutummaatti icciitiidhaan kan eegamedha.
Tarkaanfii 1 irraa 5Adeemsa Furmaata Falmii fi Walabummaa
Adeemsa Furmaata Falmii fi Walabummaa
Tarkaanfii 1/5Tilmaamamummaan adeemsa falmii
—
Bitaa fi mirgi falmii isaanii sirnaan akka dhageessifatanii fi ragaa isaanii akka dhiyeeffataniif carraa kennuu
—
Dhimmoota dhiyaatan, dhibbaa/gidduu seentummaa otoo hin jiraatiin bilisummaan ilaaluun murtii kennuu
—
Dhimmoota dhiyaatan firii dubbii, ragaa fi seera rogummaa qaban qofa irratti hundaa’uun ilaaluun murtii kennuu
—
Bifa haqa qabeessa ta’een keessummeessuu
—
Dhimmoota dhiyaatan loogii bifa kamirrayyuu bilisa ta’uun ilaaluun itti gaafatamummaa ol’aanaan murtii kennuu
—