Iftoomina fi Itti Gaafatamummaa Seeraa

Chaartarii Tajaajila Lammiilee Mana Murtii

Mana Murtii Aanaa Laga Xaafoo Laga Daadhii - Tajaajila haqa qabeessa, iftoomina qabu fi saffisaa mirkaneessuuf qophaa'e.

1. Dhimma Falmii Hariiroo Hawaasaa

3 Adeemsaalee
1. Dhimma Falmii Hariiroo Hawaasaa

A. Adeemsa Idilee

Ida'ama Yeroo:5:30 Saa’atii
1

Galmee Banuu

20 Daqiiqaa

Himata fuudhuu, kaffaltii, beellama kennuu

2

Deebii Fuudhuu

10 Daqiiqaa

Deebii fuudhuu, beellama kennuu

3

Falmii Dhagahuu

1:00 Saa’atii

Falmii afaanii, ijoo dubbii adda baasuu

4

Ragaa Dhagahuu

2:00 Saa’atii

Ragaa bitaa fi mirgaa dhagahuu

5

Murtii Kennuu

2:00 Saa’atii

Galmee qorachuu, murtii barreessuu fi dubbisuu

Waliigala Yeroo Murtaa'e5:30 Saa’atii
1. Dhimma Falmii Hariiroo Hawaasaa

B. Adeemsa Gabaabaa

Ida'ama Yeroo:1:00 Saa’atii
1

Galmee Banuu

15 Daqiiqaa

Himata fuudhuu, kaffaltii

2

Murtii Kennuu

45 Daqiiqaa

Jala murtii ykn murtii dhumaa

Waliigala Yeroo Murtaa'e1:00 Saa’atii
1. Dhimma Falmii Hariiroo Hawaasaa

C. Adeemsa Ariifachiisaa

Ida'ama Yeroo:40 Daqiiqaa
1

Galmee Banuu

10 Daqiiqaa

Iyyata fuudhuu, daataa galchuu

2

Murtii Kennuu

30 Daqiiqaa

Galmee qorachuu, murtii barreessuu

Waliigala Yeroo Murtaa'e40 Daqiiqaa

2. Dhimma Falmii Yakkaa

2 Adeemsaalee
2. Dhimma Falmii Yakkaa

A. Adeemsa Idilee

Ida'ama Yeroo:5:10 Saa’atii
1

Galmee Banuu

10 Daqiiqaa

Himata fuudhuu, daataa galchuu

2

Gahumsa Seeraa Mirkaneessuu

15 Daqiiqaa

Aangoo fi darbinsa yeroo ilaaluu

3

Falmiif Qopheessuu

30 Daqiiqaa

Dhagaha duraa, waraqaa waamichaa

4

Falmii Dhagahuu

1:30 Saa’atii

Himata dubbisuu, jecha amantaa/waakkii

5

Murtii Kennuu

2:00 Saa’atii

Balleessummaa fi adabbii

Waliigala Yeroo Murtaa'e5:10 Saa’atii
2. Dhimma Falmii Yakkaa

B. Yakka Danbii Darbuu

Ida'ama Yeroo:1:40 Saa’atii
1

Galmee Banuu

10 Daqiiqaa

Himata dhiyaate fuudhuun ulaagaa ilaaluu

2

Falmii Dhagahuu

30 Daqiiqaa

Deebii amantaa fuudhuu

3

Murtii Kennuu

1:00 Saa’atii

Murtiin ni kennama

Waliigala Yeroo Murtaa'e1:40 Saa’atii

3. Raawwachiisa Murtii

2 Adeemsaalee
3. Raawwachiisa Murtii

A. Caalbaasii Qabu

Ida'ama Yeroo:1:40 Saa’atii
1

Galmee Banuu

10 Daqiiqaa

Himata dhiyaate fuudhuun ulaagaa ilaaluu

2

Sababii Dhagahuu

30 Daqiiqaa

Mormii gareen 3ffaa raawwii irratti kaasu

3

Qabeenya Tilmaamame

30 Daqiiqaa

Tilmaama dhiyaate fuudhuun caalbaasii ajajuu

4

Qoodiinsa

30 Daqiiqaa

Bu'aa caalbaasii, qabeenya qooduu

Waliigala Yeroo Murtaa'e1:40 Saa’atii
3. Raawwachiisa Murtii

B. Caalbaasii Hin Qabne

Ida'ama Yeroo:1:10 Saa’atii
1

Galmee Banuu

10 Daqiiqaa

Himata dhiyaate fuudhuun ulaagaa ilaaluu

2

Sababii Dhagahuu

30 Daqiiqaa

Sababii murtii abbaa idaa hin raawwanneef dhagahuu

3

Ajaja Xumuraa

30 Daqiiqaa

Akkaataa murtiin raawwachiisuun raawwiif xumura kennuu

Waliigala Yeroo Murtaa'e1:10 Saa’atii

4. Dhimma Falmii Ol-iyyannoo

3 Adeemsaalee
4. Dhimma Falmii Ol-iyyannoo

A. Hayyama Ol-iyyannoo Gaafachuu

Ida'ama Yeroo:55 Daqiiqaa
1

Galmee Banuu

10 Daqiiqaa

Iyyannoo dhiyaate ulaagaa ilaaluu

2

Falmii Afaanii

15 Daqiiqaa

Falmii Afaanii dhagahuu

3

Murtii Kennuu

30 Daqiiqaa

Galmee qorachuu, murtii barreessuu

Waliigala Yeroo Murtaa'e55 Daqiiqaa
4. Dhimma Falmii Ol-iyyannoo

B. Falmii Dhagahuu (Yoo Heeyyamame)

Ida'ama Yeroo:2:50 Saa’atii
1

Galmee Banuu

20 Daqiiqaa

Galmee Banuu

2

Ol-iyyataa dhaggeeffachuu

1:00 Saa’atii

Ajaja barbaachisaa kennuu

3

Falmii Dhagahuu

30 Daqiiqaa

Falmii bitaa fi mirgaa dhagahuu

4

Murtii Kennuu

1:00 Saa’atii

Murtii barreessuu fi dubbisuu

Waliigala Yeroo Murtaa'e2:50 Saa’atii
4. Dhimma Falmii Ol-iyyannoo

C. Ol-iyyannoo Kufaa Taasisuu (Yoo Kufaa Ta'e)

Ida'ama Yeroo:50 Daqiiqaa
1

Galmee Banuu

20 Daqiiqaa

Galmee Banuu

2

Ajaja Kennuu

30 Daqiiqaa

Galmee qorachuu fi ajaja kennuu

Waliigala Yeroo Murtaa'e50 Daqiiqaa

5. Tajaajila Bulchiinsaa

3 Adeemsaalee
5. Tajaajila Bulchiinsaa

A. Odeeffannoo fi Qajeelchuu

Ida'ama Yeroo:15 Daqiiqaa
1

Deeskii Odeeffannoo

5 Daqiiqaa

Iyyata galmeessuu

2

Qajeelchuu

5 Daqiiqaa

Kutaa itti qajeelfameetti qajeelchuu

3

Marii

5 Daqiiqaa

Odeeffannoo kennuu

Waliigala Yeroo Murtaa'e15 Daqiiqaa
5. Tajaajila Bulchiinsaa

B. Garagalcha Murtii fi Ajajoota

Ida'ama Yeroo:20 Daqiiqaa
1

Garagalcha Murtii

10 Daqiiqaa

Garagalcha koppii kaasuu, mirkaneessuu

2

Ajaja Barreessuu

10 Daqiiqaa

Ajaja barreessuun kennuu

Waliigala Yeroo Murtaa'e20 Daqiiqaa
5. Tajaajila Bulchiinsaa

C. Sanadoota Ol-iyyannoo

Ida'ama Yeroo:Akka Baay'ina Fuula Galmeetti
1

Galmee Xiqqaa

30 Daqiiqaa

Kaffaltii fi Piriinti

2

Galmee Giddu-galeessaa

45-60 Daqiiqaa

Kaffaltii fi Piriinti

3

Galmee Guddaa

2:00 Saa’atii

Kaffaltii fi Piriinti

Waliigala Yeroo Murtaa'eAkka Baay'ina Fuula Galmeetti